Saajin Nikitaa Lobaretsi, humna addaa Raashiyaa keessatti dursaa garee kan ture bara darbe Caamsaa 20tti ganda Yukireen bahaa keessatti du'e. Miseensi kun waggaa 21 ture. Gara waggaan bood ...